Godinni Walloo Kibbaa Lammiilee weerara ABUTiin miidhaan irra ga’eef deeggarsa taasise
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Godinni Walloo Kibbaa Lammiilee weerara garee shororkeessaa ABUTiin miidhaan irra ga’eef deeggarsa taasisuu Walloo Kibbaatti Biiroon Qindeessa wabii nyaataa beeksise.
Biirichi lammiilee weerara garee kanaan miidhamaniif deeggarsa akaakuu garaaraaa taasisuu ibsame.
Deeggarsi lammiilee miidhamaniif taasifamu kun kan itti fufu ta’uu hoogganaan biiricha obbo Masaay Maaruu beeksisuu AMK gabaaseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.