Fana: At a Speed of Life!

Godinni Goofaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 36 ol taasise

Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Godinni Goofaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 36 ol taasiseera.

Godinni Goofaa marsaa 3ffaan deeggarsa garagaraa sangoota 231 fi dabalataan re’ee fi hoolaa dabalatee deeggarsa Birrii miiliyoona 36 fi kuma dhibba 8 fi kuma 35 taasiseera.

Bulchaan olaanaa godicha Dooktar Geetinnat Bagashaaw Ityoophiyaan seenaa baroota dheera kan qabduu fi birmaddumaashee eegdee kan jiraatte ta’uushee kan ibsaan biyyattiin yeroo ammaan kan ishee mudatee qormaatilee keessaa fi alaa dhaloota har’atin ni dabarti jedhaniiru.

Godinichi marsaa jalqabaa fi lammaffaatin raayyaa ittisa biyyaa deeggarsa garagaraa fi maallaqaa taasisuun isaa ni yaadatamuu ta’uu ragaan biiroo kominikeeshinii naannoo Kibbaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.