Fana: At a Speed of Life!

Godinichi Raayyaa Ittisa Biyyaaf sangoota 374 deeggarsa taasise

Finfinnee, Qaammee 4,2014(FBC)- Bulchiinsi godina Arsii Lixaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf sangoota 374 deeggarsa taasise.

Godinichi deeggarsa sangootaa aanaalee godinichaa 13 fi bulchiinsa magaalaa lamarraa walitti qabe 374 Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajajaa Kibbaatti guyyaa har’aa dabarsee kenneera.

Deeggarsi godinichi taasise  Birrii miiliyoona 28tti kan tilmaamamu ta’uu ibsameera.

Godinichi deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu eerameera.

Xilaahuun Yilmaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.