Godinaalee Oromiyaa 21 keessatti lafa hektaara kuma dhibba 3 fi kuma 50 olirratti qamadii jallisiin misoomsuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Sadaasa 26, 2014 (FBC) – Godinaalee Oromiyaa 21 keessatti lafa hektaara kuma dhibba 3 fi kuma 50 olirratti qamadii jallisiin misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa.
Godinaalee Oromiyaa 21 keessatti bona kana marsaa jalqabaan lafa hektaara kuma dhibba 3 fi kuma 50 irratti qamadii misoomsuuf hojiin jajjabeessaan rawwachaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiseera.
Godina Harargee Bahaa, Aanaa Dadaritti misooma qamadii jallisiin raawwatuuf lafti haala gaariidhaan qophaa’aa jiraachuu ragaan Biirichaa argame.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.