Fana: At a Speed of Life!

Godinaalee Harargee Bahaa fi Lixaatti hiriirri deeggarsaa Dooktar Abiy gaggeeffame

Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Aanaalee fi Magaaloota Godina Harargee Bahaa fi Lixaa garaagaraa keessatti hiriirri deeggarsa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiif ba’ameera.
Hiriirichi Magaalaa Ciroo fi Haramayaatti gaggeeffameera.
Hololaa fi shira warra gantootaan biyyi hin diigamtu, Dooktar Abiy Ahimad abbaa nageenyaati, yeroo hunda si waliin jirra,jijjirrama biyya keenyaa itti fufsiisna mata dureewwan jedhuun jiraattoonni aanaalee fi magaagoota godinaalee Harargee Lixaa fi Bahaa hiriira gaggeessaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.