Fana: At a Speed of Life!

Godina Walloo Kibbaa Magaalaa Dassee fi Hayiqitti barnoonni eegalame

Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa Magaalaa Dassee fi Hayiqitti barnoonni sababa weerara garee shororkeessaa ABUTtiin adda cite ture eegalameera.
Magaaloota lamaan keessatti barnoonni guutumaa guutuutti eegaluu ibsameera.
Magaalaa Hayiqiitti adeemsi baruu fi barsiisuu baatii lamaa fi guyyoota 15 booda irra deebiin eegalamuu ibsameera.
Barattoonni % 70 ta’an manneen barnootaatti argamuun barnoota isaanii hordofuu eegaluu ragaan Ministeera Barnootarraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.