Fana: At a Speed of Life!

Godina Shawaa Kaabaa Magaalaa, Fiichee, Muka Xurii fi Shanootti hiriirri deeggarsaa injifannoo Bitooteessa 24 gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) –Godina Kaabaa Magaalaa Fiichee, Muka Xurii fi Shanoottii Hiriirri deeggarsaa Injifannoo Bitootessa 24 mata duree ”Nageenya keenya ni eegganna, jijjiirama ni waaressina” jedhuun gaggeeffameera.
Jiraattoonni Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Fiichee, Muka Xurii fi Shanoo hiriira ba’uun deeggarsa Injifannoo Bitootessa 24 fi Hoggansa jijjiiramaaf qaban mul’isuu ragaan Kominikeeshinii magaaloota kanneenirraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.