Godina Qeellam Wallaggaatti baatiiwwan 6 darbanitti oomishni dammaa tooniin kumni 4fi 700 ol argamuu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Godina Qeellam Wallaggaatti baatiiwwan 6 darbanitti oomishni dammaa tooniin kumni 4fi 700 ol argamuu ibsameera.
Godinichatti ji’oottan ja’an darbanitti gaagura oomisha kennuu danda’u kuma dhibba 6fi kuma 14fi 811 keessaa dammi qulqulluun tooniin kumni 4fi 719.21 argamuu Waajjirri Qonnaafi Qabeenya uumamaa Godina Qellem Wallaggaa ibsuu ragaan kominikeeshinii Oromiyaarraa argame ni mul’isa.
Oomisha dammaa kana irraas qonnaan bultoonniifi dargaggoonni kumni 56 ol fayyadamoo ta’uu ibsameera.
#Ityoophiyaa #Ethiopia #Oromiyaa #Oromia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.