Fana: At a Speed of Life!

Godina Jimmaatti proojaktiin bishaan dhugaatii eebbifame

Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC)- Godina Jimmaa aanaa Maannaa magaalaa Yabbuutti proojaktiin bishaan dhugaati eebbifameera.

Proojaktiin bishaan dhugaatii kun baasii Birrii miiliyoona 21 olii kan ijaarrameedha jedhameera.

Sirna eebbichaarratti Sadarkaa Paartii Badhaadhina damee Oromiyaatti itti gaafatamaan ijaarsaa fi siyaasa Oromiyaa obbo Saadaat Nashaa fi bulchaan godina Jimmaa obbo Abdulkaahim Muluu dabalatee qaamoleen garagaraa hirmaachuu ragaan waajjira dhimmoota kominikeeshinii mootummaa godina Jimmaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.