Godina Jimmaatti misooma Jallisii baranarraa callaa kuntaalli miiliyoonni 1 ol argamuu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Godina Jimmaatti misooma jallisii baranaarra callaa kuntaalli miiliyoonni 1 ol argamuu Waajjirri Buna, Qonnaa fi Misooma Qabeenya Uumamaa godinichaa beeksise.
Godinichatti lafa hektaara kuma 30 fi 77 jallisiin misoome callaa kuntaalli miiliyoonni 1fi kumni dhibbi 3 fi 200 argamuu himameera..
Godina jimmaatti misooma jallisii bara kanaarratti qonnaan bultoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 46 Itti Gaafatamaan Waajjirri Buna, Qonnaa fi Misooma Qabeenya Uumamaa godinichaa obbo Eliyaas Anderiyaas Faanaa Broodkaastiing Korporeetitti himaniiru.
Muktaar Xahaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.