Fana: At a Speed of Life!

Godina Jimmaatti lafti hektaarri kumni 530 Bunaan uwwifame – MM Dooktar Abiy

Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Godina Jimmaatti lafti hektaarri kumni 530 Bunaan uwwifamuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.

Lafa Bunaan uwwifame keessaa 50 ol bu’aa sagantaa Ashaaraa Magariisaa waggoota sadan darbanii ta’uu fuula ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

Jilli Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu guyyoota lamaaf Jimmaa fi naannawaa isheetti daawwannaa hojij taasiseera.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.