Fana: At a Speed of Life!

Godina Jimmaatti duulli sagantaa dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magaariisaa guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Godina Jimmaatti duulli Ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu gaggeeffamaa jira.

Godina Jimmaatti guyyaa tokkoon biqiltuu miliyoonnii 600 dhaabuu kuna Aanaa Dedootti gaggeeffamaa jira.

Akka godinichaattis ummatni miiliyoona 1.5 ol saganticharratti hirmaachaa jiraachuu Itti gaafatamaan Waajjira Qonnaa Godina Jimmaa Obbo Mahammadxahaa Abbaa Fiixaan ibsaniiru.

Abdurehmaan Mahammadi fi Warqaafarraaw Yaalew.

#Ashaaraa_Magariisaa #Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.