Fana: At a Speed of Life!

Godina Iluu Abbaa Booritti pirojektoonni bu’uuraalee misoomaa 464 Birrii biiliyoona 1 fi miil 63 hojjetaman eebbifaman

Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Booritti bara kana pirojektoonni bu’uuraalee misoomaa 464 Birrii biiliyoona 1 fi miiliyoona 63 Aanaalee Godinichaa keessatti hojjetaman eebbifamaniiru.

Sadarka Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan Kilaastera Hawaasummaa Oromiyaa Obbo Abdulhakiim Muluun piroojektoota kanneen eebbisiisaniiru.

Piroojektoonni akka Kilinika Fayyaa Horii, Mana Barumsaa Bu’uura Boruu, Riqichaalee fi kan biroo ijaarsi isaanii xumuramuun eebbifamuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.