Fana: At a Speed of Life!

Godina Harargee Lixaatti duulli sagantaa dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magaariisaa guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti duulli sagantaa dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu gaggeeffamaa jira.

Godina Harargee Lixaa “Biyya Dhaabdu dhaloota waaromsu” mata duree jedhuun duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magaariisaan qaamolee hawaasa adda addaa hirmaachise gaggeeffamaa jira.

#Ashaaraa_Magariisaa #Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.