Fana: At a Speed of Life!

Godina Guraageetti balaa Ibiddaa muudateen manneen jireenyaa 42 barbadaa’an

Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Godina Guraagee aanaa Qabbeennaa ganda Leenceetti balaa Ibiddaa muudateen manneen jireenyaa 42 guutumaa guutuutti barbadaa’uu ibsameera.
Balaa Ibiddaa kanaan manneen jireenyaa Citaa(Sanbaleexaa) 35, kan Qorqoorroo 5 fi Masjiidoota 2 dabalateen walii gala manneen 42 guutumaa guutuutti barbadaa’uu ibsameera.
Oomishni midhaanii mana keessa jiru guutumaatti barbadaa’uu dhaabbanni Raadiyoo fi Teeleeviizhinii naannichaa gabaaseera.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.