Fana: At a Speed of Life!

Godina Gujiitti Shanee 77 irratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame

Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Godina Gujiitti Shanee 77 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Waajjirri Bulchiinsaa fi Nageenyaa godinichaa beeksiiseera.
Torban lamaan darban keessa Tarkaanfii Qaamoleen Nageenyaa qindoominaan fudhataniin Shanee 77 ajjeeffamuu fi 10 ammoo to’atamuu Itti Gaafatamaan Waajjirra Bulchiinsaa fi Nageenyaa Godina Gujii obbo Waldee Dhugoo dubbataniiru.
Tarkaanfiin eegale cimee kan itti fufu ta’uu ibsuu isaanii OBN gabaaseera.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.