Fana: At a Speed of Life!

Godina Gujii Lixaatti Piroojektoonni 237 birrii biiliyoona 1.5tti hiiquun hojjetaman eebbifaman

Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) – Jilli Itti Gaafatamaa Ijaarsa siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Namarraa Buliin durfamu Godina Gujii Lixaa Aanaalee Qarcaa fi Birbirsa Kojowaatti pirojektoota ijaarsisaanii xumuraman eebbisuun hojii jalqabsiise.

Godinicha Piroojektoonni 237 baajata idilee naannoo fi aanaalee, dhaabbilee gargaarsaa, hirmaannaa ummataa fi baajata manneen qopheessaan Birrii biiliyoona 1.5 hiiquun ijaarraman eebbifamaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.