Fana: At a Speed of Life!

Godina Gujii Lixaa fi Magaalaa Bulee Horaatti hiriirri deeggarsaa injifannoo Bitooteessa 24 gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) –Godina Gujii Lixaa Magaala Bulee Horaatti Hiriirri deeggarsaa Injifannoo Bitootessa 24 mata duree ”Nageenya keenya ni eegganna, jijjiirama ni waaressina” jedhuun gaggeeffameera.
Hawaasni naannawaa kanneen dhaaddannoowwan gara garaa dhageessisaa aantummaa hooggansa jijjiiramaaf qaban hiriira bahuun agarsiisuu ragaan kominikeeshinii godinichaarraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.