Fana: At a Speed of Life!

Godina Goondar Lixaatti Dimaamitiin tajaajila ijaarsa daandiif taa’e dhoo’uun lubbuu daa’imman 7 galaafate

Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Godina Goondar Lixaa aanaa Armaacihootti Dimaamitiin tajaajila ijaarsa daandiif taa’e dhoo’uun lubbuu daa’imman 7 galaafachuu ibsameera.
Godina Goondar Lixaa aanaa Armaacihoo ganda Giraar Wuhaa jedhamitti Dimaamitiin tajaajila ijaarsa daandiif taa’e dhoo’uun lubbuu daa’imman 7 galaafachuu waajjirri Poolisii aanichaa ibseera.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.