Fana: At a Speed of Life!

Godina Arsii Lixaatti hiriirri mormii ABUT fi Shanee gaggeeffamaa jira

Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)-Jiraattonni godina Arsii Lixaa hiriira balaaleffannaa murna ABUT fi Shanee gaggeessaa jiru.

Hawaasni aanaalee godinichaa 13 fi bulchiinsa magaalaa lama keessaa walitti bahan magaalaa Nageellee Arsiitti walgahuudhaan hiriira balaaleffannaa ABUT fi shanee fi deeggarsa raayyaa ittisa biyyaatiif qaban mullisaa jiru.

Shanee fi ABUT gaa’ela badii raawwachuudhaan biyya keenya diiguuf waliigalanis nuti garuu biyya keenyaa diinaaf dabarsine hin kenninu kan jedhan jiraattonni lukkuu hanga lubbuutti biyya keenyaa kenninee  biyya keenya ni bilisoomsina jedhaniiru.

Xilaahun Yilmaatu gabaase

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.