Fana: At a Speed of Life!

Godaantoonni 218 Jibutiirraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC) – Godaantoonni 218 Jibutiirraa gara biyyaa deebi’uu Jibutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa beeksiise.

Embaasichi Dhaabbata Godaantootaa Idil Addunyaa Jibutiitti argamu waliin ta’uun godaantoota kanneen gara biyyaa deebisuu ibseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.