Fana: At a Speed of Life!

Godaantonni 118 gara biyyaatti deebi’an

Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Godaantonni Ityoophiyaa 118 Jibuutiirra gara biyyaatti deebi’uu Jibuutitti Embaasiin Ityoophiyaa beeksise.

Godaantoota deebi’an keessa 38 gara Yemenitti imaaluuf daddabarsitoota seeraan alaa harka akka turan ibsameera.

Warreen hafan 80 immoo Jibbutiitti, bakkeewwan garaagaratti godaansa irra kan turan ta’uu ragaan Embaasicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.