Fana: At a Speed of Life!

Godaansaa seeraan alaa fi daddabarsa namoota seeran alaa ittisuuf hojmaanni ifaa ta’e ni barbaachisa – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Adoolessa 16, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad konfireensii misoomaa fi Godaansa idil addunyaa Xaaliyaanii magaalaa Roomitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jiru.

Godaansaa seeraan alaa fi daddabarsa namootaa seeran alaa ittisuuf hojmaanni ifaa ta’e barbaachisaa ta’uu Dooktar Abiy Ahimad kaasaniiru.

Bobbiin hojii alaa seera qabeessi Warra seeraan ba’aniif madda hojii fi biyya isaaniif madda maallaqaa ti jedhan.

Carraa hojiif haala mijeessuu fi sababoota ka’umsa godaansaa ta’anirratti hojjechuun murteessaa ta’uu Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.