Fana: At a Speed of Life!

Giruuppiin Baankii Misooma Addunyaa Keeniyaaf Liqaa Doolaara biiliyoona 12 ifoomse

Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Giruuppiin Baankii Misooma Addunyaa Keeniyaaf Liqaa Doolaara biiliyoona 12 ifoomseera.
Liqaan Doolaara biiliyoona 12 yookaa Shilingii Keeniyaa Tiriiliyoona 1.8 kun Baatii Hagayyaa dhufurraa eegalee waggoota sadi keessatti kan laatamu ta’uu ibsameera.

Liqaan kun tattaaffii Keeniyaan hanga bara Faranjootaa 2030tti tarree biyyoota galii giddugaleessaa qaban irra ga’uuf taasiiftu milkeessuuf garaagara jedhame.

Giruuppiin Baankii Misooma Addunyaa liqaa kana gama Ejansiiwwna dhaabbillee michootaan kan kennu ta’uu ta’uu ‘The East African’ gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.