Fana: At a Speed of Life!

Giiftii Dureen Biraazil Giddugalaa Nyaataa Tasfaa Birhaan daawwatan

Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)- Giiftii Dureen Biraazil Jaanjaa Lulaa Daa Silvaan giddugala Nyaataa Tasfa Birhaan daawwataniiru.
 
Akkasumas Mana barnoota Sadarkaa 1ffaa Maqdalaa Ambaa fi giddugalaa guddisaa daa’imannii Zaawidituu mashashaa daawwataniiru.
 
Daawwannicharratti Giiftii Duree Zinnaash Taayyachooo fi Kantiibaan Adaanech Abeebeen argamaniiru.
 
Fuuldurattis, hariiroo gamlamee ciimsuun walta’iinsaan hojjechuuf marii taasisuu Aadde Adaanech Abeebeen gama miidiya hawaasumma isaaniin ibsaniiru.
 
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
 
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.