Gidduu Galeessa Goondaritti bu’aan sagalee sadarkaa buufatalee filannoo maxxanfameera
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraa Gidduu Galeessa Goondaritti buufataalee filannoo 766 keessatti bu’aan sagalee galgala lakkaawwamaa ture maxxanfameera.
Jiraattoonnis bu’aa sagalee buufatichaatti maxxanfamee ilaaluu jalqabaniiru.
Saanduqni sagaleen itti kennamee galgala lakkaawwame wiirtuuwwan filannootti seenurratti argamu.
Daagmaawii Deeksiisaatu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.