Fana: At a Speed of Life!

Giddugallii Aadaa Kaafaa Finfinneetti ijaarramuufi

Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Giddugallii Aadaa Kaafaa Finfinneetti ijaarramuufi jedhame.

Ijaarsa gidduchalichaaf kan ooluu sirni bakka ijaarsa walharkaa fuuchuu magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Kaafaa dabalatee saba fi sablammootaa garagaraaf bakka ijaarsa giddugalaa aadaa laachaa jiraachuun isaa ni yaadatamaa.

Sirnicharratti itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee, jaarsooliin biyyaa godina Kaafaa hoggantoonni olaanoo mootummaa waamichi taasifameef argamaniiru.

Maddi:-TOI

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.