Fana: At a Speed of Life!

Giddugalli Nyaataa Tasfaabirhaan 21ffaan eebbifame

Finfinnee, Fulbaana 1, 2017 (FBC) – Kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyootti kan ijaarame Giddugalli Nyaataa Tasfaabirhaan 21ffaan eebbifameera.

Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen giddugalicha eebbisuun hojii jalqabaniisaniiru.

Giddugalli kun guyyaan namoota kuma 1 ol nyaachisuu danda’a jedhan

Wiirtuuleen nyaataa kunneen dhiibbaa jireenyaa namoota galii gadi aanaa qabanii hir’isaa jiraachuu dubbataniiru.

Ijaarsa Wiirtuu 22ffaa eegaluuf qophiin xumuramuu Aadde Adaanech fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.