Giddugala dhiqaa Kalee Hospitaalichaaf walgalteen dhiyeessii meeshaalee wal’aansaa Birrii miiliyoona 128 olii mallatteeffame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC)- Giddugala dhiqaa Kalee Hospitaalaa Ispeeshaalaayizdii Minilikii fi Garee Invastimantii Meedirook gidduutti walgalteen dhiyeessii meeshaalee wal’aansaa Birrii miiliyoona 128 olii mallatteeffame.
Gareen Invastimantii meedirook waliigalteen gamsadee Biiroo Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Dhaabbata Dhiyeessii Qorichaalee Itiyoophiyaa waliin mallatteesseen, waggoota sadiif deeggarsa galteewwan wal’aansaaf oolan taasisa jedhameera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii https://www.facebook.com/afaanoromoofana
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.