Fana: At a Speed of Life!

Gibtsi sarbama mirga namoomaa raawwattuun walqabatee tarkaanfiin akka irratti fudhatamu paarlaamaan gamtaa Awurooppaa yaada murtoo raggaasise

Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) – Biyyoonni miseensa paarlaamaa gamataa Awurooppaa Gibtsi sarbama mirga namoomaa raawwattuun walqabatee tarkaanfiin akka irratti fudhatamu yaada murtoo dabarsan.
 
Qaamoleen siyaasaa Awurooppaa Gibtsi sarbama mirga namoomaa raawwattuun walqabatee tarkaanfiin cimaa fi qindoomina qabu irratti fudhatamuu qaba jechuun ejjennoon yaada laataniiru.
 
Yaadni murtoo dhiyaate sagalee deeggarsaa 434, sagalee mormii 49 fi sagalee kan hin laannee 202n kan ragga’e yoo ta’u, gamtaan Awurooppaa hariiroo biyyattii waliin qabu gadi fageenyaan gamaaggamuu akka qabu dubbatameera.
 
Maddi:-Aljaziiraa
 
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
 
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.