Fana: At a Speed of Life!

Gibts yaada murtoo Liigii Arabaaf dhiyeesite Jibuutii, Somaaliyaa fi Kuwaatar morman

Finfinnee,Waxabajjii 16, 2012 (FBC) –  Gibts dhimma hidha haaromsaa waliin walqabatee yaada murtoo Liigii Arabaaf dhiyeesite Jibuutii, Somaaliyaa fi Kuwaatar morman.

 

Gibts dhimma ijaarsa hidha haaromsaa guddicha Ityoophiyaa waliin walqabatee yaada murtoo Liigii Arabaaf dhiyeesite Jibuutii, Somaaliyaa fi Kuwaatar mormaniiru.

 

Biyyoonni miseensa liigii Arabaa guyyaa har’aa walga’ii isaanii gaggeessa jiru.

 

Liigiin Arabaa walga’ichaan Gibts dhimma ijaarsa hidha haaromsaa guddicha Ityoophiyaa waliin walqabatee yaada murtoo Liigii Arabaaf dhiyeesite dabalatee dhimma libiyaa ilaalaa jira.

 

Walga’icharratti biyyoota miseensa liigichaa kan ta’an Jibuutii, Somaaliyaa fi Kuwaatar yaadicha mormaniiru.

 

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.