Fana: At a Speed of Life!

Gareewwan Shorokeessitootaa Bulchiinsa Godina Addaa Saba Oromootti dhaabbilee dhuunfaa fi mootummaa saamuu ibsame

Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Gareewwan Shorokeessitootaa ABUT fi Shaneen naannoo Amaaraa Bulchiinsa Godina  Addaa Saba Oromootti dhaabbilee dhuunfaa fi mootummaa hedduu saamuu fi barbadeessuu bulchaan bulchiinsa godina addaa saba Oromoo obbo Ahimad Hassan  ibsan.

Gareewwan shororkeessitootaa kunneen guyyoota naannicha weeraranii turanitti qabeenya namoota dhuunfaa hedduu saamuu fi barbadeessuun hawaasa harka duwwaa hambisuu obbo Ahimad ibsaniiru.

Gareewwan kunneen dhaabbilee daldalaa fi tajaajila kennan faayidaan ala taasisanis bakichaa injifatamanii ba’uu eeraniiru.

Maddi:- DhPI

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.