Fana: At a Speed of Life!

Gareen Shororkeessaa ABUT Yuunvarsiitii Walloo barbadeessuu ibsame

Finfinnee, Muddee 1, 2014(FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT Yuunvarsiitii Walloo barbadeessuu Preezdaantiin Yuunvarsiitii Walloo Dooktar Mangashaa Ayyane ibsan.

Gareen shororkeessaa kun kaampaasiiwwan Dasee, Kombolchaa fi Xiixaa guutumaan guutuutti saamuu fi barbadeessuu ibsaniiru.

Gamoowwan, manneen yaalii ammayyaa, manneen kitaabaa, sarvariin neetwoorkii fi meeshaaleen biroo yuunvarsiitichaa barbadaa’uu eeraniiru.

Gareen shororkeessaa ABUT waldaalee fi dhaabbilee hawaasaarratti xiyyeeffachuun yakka gara jabinaa seena waraanaa keessatti hin mul’anne raawwachuu ibsaniiru.

Maddi:- TOI

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.