Fana: At a Speed of Life!

Gareen shororkeessaa ABUT warshaalee 40 Kombolchaa fi Dasseetti argaman barbadeesseera-Ministeera Indaastiri

Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT warshaalee 40 Kombolchaa fi Dasseetti argaman barbadeessuu qorannoo mirkana’uu Ministeerri Indaastirii beeksiseera.

Ministirri Ministeera Indaastirii obbi Malaakuu Allabaal ibsa laataniin warshaalee saddeet irra miidhaa hamaa qaqqabsiisuu ibsaniiru.

Warshaaleen kunneen yeroo gababa keessaatti kan hin deebinee ta’u himaniiru.

Saddeetirra ammoo miidhaan giddugaleessaa qaqqabuu ibsuun, warshaaleen 24 irra miidhaa salphaan qaqqabeera jedhan.

Haala salphaan gara hojiitti kan galan ogeeyyii waajjirichaatin gargaaramanii gara hojiitti galchuuf hojiiwwan eegalamuus ibsaniiru.

Warshaalee 40 miidhaan irra gahee keessaa lammiilee kuma 11’f carraa hojii umaamee akka tuee kaasuun, yeroo amma kana hojiin ala ta’uun ibsaniiru.

Fatiyaa Abdallaatu gabaase

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.