Fana: At a Speed of Life!

Gareen shororkeessaa ABUT Dabra Zabiixitti barbadeeffame

Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Adda waraanaa Gaayint kan turee gareen shororkeessaa ABUT haala olaanaa barbadeeffamuu Izii Kaabaa Lixaa beeksiseera.

Hogganaan Izii Kaabaa Lixaa keessaa tokkoo kan ta’aan Birgaadeer Jeneraal Birhaanuu Xilaahuun Faanaa Broodkaasting Koorpooreettitti akka himaniitti, gareen shororkeessaa ABUT dhokatee kan tureen holki Dabra Zabiix guutuummaa guutuutti barbadeeffameera.

Waraanichaan hoggantoonni olaanoon garichaa barbadeeffamaniiru.

Eenyummaan isaanii akka hin beekamneefis mormaasaanii kutuun deemuun isaaniidha kan ibsameera.

Bulchaan godina Gondar obbo Qalamawaarq Mihraate, adda waraanaa Dabra Zabiixiitti argamuun qaamolee nageenyaa fi hoggantootaa Walloo kaabaa jajjabeessaniiru.

Maaniyichaal Azaazuu fi Zufaan Kaasahuntuu gabaase

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.