Gareen Shororkeessa ABUT kuusaa midhaanii gube
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Dhaabbanni garee Shrorkeessaa ABUT deeggarsa ittifameera jedhu kuusaa midhaanii gubuun isaa ibsameera.
Mootummaan murtoo dhukaasaa dhaabuu dabarsee cinaatti dhiisuun naannolee Amaaraa fi Affaariitti haleellaa raawwachaa kan jiru garichi gamaa tokkoon deeggarsii qaqqabuu didee jechuun iyyaa, gama biraan ammo kuusaa midhaan deeggarsa itti kuufamuu gubuu ibsameera.
Viidiyoon oduu kana jalatti muula’tuus kuusaa deeggarsii midhaanii itti kufamuu gubateedha.
Garichi tibba kana naannoo Affaariitti kuusaa midhaanni deeggarsa itti kuufamuu gubeera.
Maddi:-DhPI
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.