Fana: At a Speed of Life!

Gareen kubbaa Miillaa magaalaa Finfinnee yeroo 2ffaaf leenjisaa isaa gaggeesse

Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Gareen kubbaa Miillaa magaalaa Finfinnee baatiiwwan 6 darban keessatti yeroo 2ffaaf leenjisaa isaa Damissaw Fiqaaduu gaggeesseera.

Garichi rakkoo bulchiinsaa walxaxaa keessa jiraachuu fi qabxii 21’n naannawaa gadi aanaa keessatti kan argamu ta’uu ibsameera.

Garichi guyyaa har’aa taphasaa marsaa 4ffaa gaggeessuuf gara magaalaa Bahir Daaritti imaleera.

Garichi yeroo dhiyootti leenjisaa haaraa ni ramada jedhameet eegama.

Gareen kubbaa miillaa magaalaa Finfinnee kanaan dura leenjisaa Ismaa’eel Abuubakar gaggeessuun isaa kan yaadatamudha.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.