Fana: At a Speed of Life!

Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa har’a Ruwaandaatti imala

Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha deebii gulaallii CAF torbe dhumaa taphachuuf har’a gara Ruwaandaatti imala.

Garichi Dilbata dhufu Tapha deebii Ruwaandaa waliin taphata.

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa yoo injifate Dorgommii Chaan Aljeeriyaan qopheessituf darbuu kan mirkaneeffatu ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Tapha gulaallii jalqabaa marsaa xumuraa Taanzaaniyatti kan taphatee garichi qabxii malee walqixa xumuruun isaa ni yaadatama.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.