Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa biyyaalessa Ityoophiya har’a gita isaa Gaanaa waliin ni taphata
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Gareen kubbaa miilaa dubartoota biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gulaallii Waancaa Addunyaaf har’a gita isaa Gaanaa waliin morkata jedhame.
Walmorkiin garee lamaan gidduutti har’a sa’aatii 10:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taasiisan xiyyeeffannoo argateera.
Tapha kana daawwattoonni kumni 7 fi 500 ol Istaadiyeemichatti argamuun kallattiin kan hordofan ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.