Gareen kubbaa miilaa biyyalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Ugaandaan injifatame
Finfinneen, Muddee 9, 2013 (FBC) – Tapha waancaa Bahaa fi giddugaleessaa Afrikaan Gareen kubbaa miilaa biyyalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Ugaandaan injifatameera.
Gareen biyyaalessa Ugaandaa tapha boqonnaa duraan goolii 2, boqonnaa booda goolii 1 garee biyyaalessa Ityoophiyaarratti galchuun 3 fi 0 injifateera.
Rammadii ‘A’ Ityoophiyaan Ugaandaatti aanuun marsaa itti aanutti darbuu ishee ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.