Fana: At a Speed of Life!

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa boru gara Taanzaaniyaatti imala

Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa gulaallii waancaa biyyoota Afrikaa (Chaan) irratti hirmaachuuf guyyaa boruu gara Taanzaaniyaatti ni imala.

Garichi jimaata dhufu gitasaa garee kubbaa miilaa Ruwaandaa waliin Taanzaaniyaatti taphasaa marsaa jalqabaa ni taasisa.

Taphni deebii Hagayya 29 Ruwaandaatti kan taphatamu ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Taphni waancaa biyyoota Afrikaa Chaan qopheessummaa Aljeeriyaan Onkoloolessa 2015 ni gaggeeffama.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.