Gareen Kubbaa Biyyaalessa Ityoophiyaa boru tapha jalqabaa Waancaa Afrikaa Keeppi Vardee waliin ni taphata
Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC) – Leenjisaan olaanaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Wubatuu Abaatee fi dursaan garicha Geetaanehi Kabbadaan qophii garichaa fi haala waqtaawaa ilaalchisee ibsa laataniiru.
Garee gaarii qabannee dhiyaachuun eenyummaa keenya agarsiisuuf qophoofnerra jedhan leenjisaa olaanaan Wubatuu Abaatee ibsaniiru.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa boru sa’aatii 4:00 irraa eegale tapha jalqabaa Waancaa Afrikaa 33ffaa Keeppi Vardee waliin ni taphata.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.