Fana: At a Speed of Life!

Gareen Diyaaspooraa Oromoo dhaabbiilee misoomaa mootummaa daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Gareen Diyaaspooraa Oromoo, Ayyaana Irreechaaf gara biyyaa dhufan dhaabbiilee misoomaa Mootummaa fi dhuunfaa garaagaraa daawwataniiru.
Gareen Diyaaspooraa kun waamichaa pireezidaantiin MNO’ Obbo Shimallis Abdiisaa taasisan kabajuun, biyyoota addunyaa garaagaraarraa Ayyaana Irreechaa irratti kan hirmaatan ta’uun ibsameera.
Garichi guyyaa har’aa sadarkaa biyyaa fi naannootti hojiilee misoomaa jijjiiramaa as hojjetaman daawwachuu ragaan Waajjira Pireezidaantii MNO irraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.