Fana: At a Speed of Life!

Gareen Alshabaab meeshaalee waraanaa gara biyyaa gachuuf yaalan to’ataman

Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC) – Naannoo Somaalee Godina Afdeer aanaa Eelkaareetti
gareen Alshabaab meeshaalee waraanaa gara biyya keessaa gachuuf yaalan to’atamaniiru.

Miseensonni garichaa Rasaasaa fi meeshaalee waraanaa biroo wayita gara biyya keessaa galchuuf yaalan to’atamuu Humni Addaa naannoo Somaalee ibseera.

Rasaasni Kilaash Koovii kumni 12 fi 600 fi RPJ 6 fi Bireeniin lama to’atamuu himeera.

Maddi:- EBC

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.