Fana: At a Speed of Life!

Gareen ABUT hanga ammaatti miseensoota bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay 22 ajjeessuu ibsame

Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Addi Bilisa Baasaa Ummata Tigraay hanga ammaatti miseensoota bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay 22 ajjeessuu Qulqulleessi Ragaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa beeksiise.
Garichi miseensoota 20 ugguruu fi 4 irra ammoo miidhaa qaqqabsiisuun Hospitaalaatti yaallamaa jiraachuu ibseera.
Waliigala gareen ABUT miseensoota bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay 46 irratti haleellaa raawwachuu Qulqulleessi Ragaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa ibsa lateen ifoomseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.