Gareen abbootii qabeenyaa Tuuniziyaa paarkoota indaastirii adda addaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)- Gareen abbootii qabeenyaa Tuuniziyaa paarkoota indaastirii adda addaa magaalaa Finfinneetti argaman daawwataniiru.
Garichi paarkoota uffataalee, qorichootaa fi Ayisiitii daawwateera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.