Fana: At a Speed of Life!

Garee Shororkeessaa ABUT irree gamtoomeen awwaluun barbaachisaadha- Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Magaalaa Finfinnee

Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Garee shororkeessaa ABUT irree gamtoomeen awwaluun barbaachisaa ta’uu Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Magaalaa Finfinnee ibse.

Manni marechaa haala yeroo biyyaalessaarratti ibsa laateera.

Waraana gareen shororkeessaa ABUT biyyarratti bane Ityoophiyaanonni hundi waldubbisaa yeroo dhumaaf awaala isaa raawwachuu akka qaban manni marechaa ibseera.

Ityoophiyaanonni hundi naannoo hundatti loote seentota hordofuun qulqulleessuu akka qaban manni mare waloo kun ibsuu AMKn gabaaseera.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.