Garee shororkeessaa ABUT biyya diiguuf kaayyeffatee socho’aa jiru qolachuuf hojjetamuu qaba-Ambaasaaddar Redwaan Huseen
Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Garee shororkeessaa ABUT biyya diiguuf kaayyeffatee socho’aa jiru qolachuuf hojjetamuu qaba jechuun Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Redwaan Huseen himaniiru.
Garichi deeggartootasaa biyyaa keesaa fi alaa waliin ta’uu sosochii biyya deeguuf taasisaa jiran qolachuuf tumsa olaanaan hojjetamuu akka qabu dhaamaniiru.
Ambaasaaddarichi kana kan jedhan waltajji waggaa mata duree ‘dippilomaasii keenya gara boqonnaa haaraa ce’umsaa jijjiirramaa’ jedhun hoggantoota misiyoonotaa fi hoggantoota mana hojii isaanii eegalchisaan irrattidha.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.