Fana: At a Speed of Life!

Garee Atileetiksii Ityoophiyaa injifannoo boonsaa galmeessanii galan daandiirratti simannaan taasifamaafii jira

Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Dorgommii Shampiyoonaa Atileetiksii Addunyaarratti garee Atileetota Ityoophiyaa injifannoo boonsaa galmeessan daandiirratti simannaan taasifamaafii jira.

Gareen kun eda Finfinnee galuun isaanii ni yaadatama.

Guyyaa har’aas Goototaa Atileetotaa Ityoophiyaa fi miseensotaa garechaa biroo addabaabayii Finfinnee garaagaraatti hawaasaan ni simatamu jedhameera.

Yeroo ammaa hoteela qubatee jirurraa daandiiwwan ijoo magaalattiirra imaluun hawaasaan simannaan taasifamaafi jira.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.