Fana: At a Speed of Life!

Garaa dubartii tokko keessaa dhiitoon kiilogiraama 28 madaalu ba’e

Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Magaalaa Diillaa Hospitaala Salaam jedhamutti tajaajila yaala baqaqsanii hodhuun garaa haadhaa tokko keessaa dhiitoon kiilogiraama 28 madaalu ba’u dhagahame.

Dhiitochi garaa aadde Abarruu Alaakoo jedhaman keessaa  ta’u hospitaalichatti ispeeshaalistiin gadameessaa Dooktar Geetaachoo Margiyaa ibsaniiru.

Wal’aansi baqaqsanii  baasuu sa’aatii 3 kan fudhate ta’uu fi haalli fayyummaa isaanii haala gaariirratti kan argamu ta’uu ibsuu isaanii ragaan Waajjira Kominikeeshinii godina Geedee’oorraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.